Afrikaan guddachuuf hariiroon Afrikaanotaa cimuu qaba- Pireezidaanti Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Afrikaan qixa qabeenya uumamaasheen akka guddattuuf hariiroon Afrikaanotaa cimuu qaba jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Pireezidaant…