Kallacha Aartii Oromoo Aartist Alii Birraa du’aan dhabuun Gaddaa guddaadha-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Utubaa, faajjii Fi Kallacha Aartii Oromoo Dooktara Kabajaa Aartisti Alii Birraa du’aan Dhabuun gaadda guddaadha jechuun Afyaa’iin Caffee Oromiyaa…