Teeknooloojii Ityoo-Telekoom tajaajila ‘Teelee Kilaawud’ eegalchiise Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ityoo-Telekoom tajaajila ‘Teelee Kilaawud’ jedhamu eegalchiise. Tajaajilichaan dhaabbileen ragaalee garaagaraa daataa beezii Ityoo-Telekoom irraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Buufata Raadiyoo Barnootaa Laga Daadhii eebbisuun hojii eegalchiisan Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Buufata Raadiyoo Barnootaa Laga Daadhii eebbisuun hojii eegalchiisan. Buufatichi…
Idil Addunyaa Ameerikaan loltootashee daangaa Yuukireen irra qubachiisuu hordofee tarkaanfii deebii fudhachuu akka… Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ameerikaan loltootashee daangaa Yuukireen irra qubachiisuu hordofee tarkaanfii deebii fudhachuu akka dandeessu Raashiyaan akeekkachiisuu gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni Lixaa tokko tokko Ityoophiyaan akka hintasgabboofne hojii ABUT’n baraaruurratti… Debela Tadesse Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Biyyoonni Lixaa tokko tokko Ityoophiyaan akka hintasgabboofne hojii garee shororkeessaa ABUT baraaruurratti xiyyeeffachuu Xiinxalaan Siyaasaa fi…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessitoonni Piroojektoota magaalaa Finfinnee daawwachaa jiru Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Gaazexeessitoonni miidiyaalee garaagaraarraa walitti babba’an Piroojektoota garaagaraa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamaa jiran daawwachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti abbootii warra sababa hongeen qabeenyasaanii dhaban 297’f re’oonni 652… Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Godina Booranaa Aanaa Dilloo ganda Arbaleetti abbootii warra sababa hongeen qabeenyasaanii dhaban 297’f sirna Buusaa Gonofaatiin re'oonni 652 kenname.…
Oduu biyya keessaa Gareen jilaa Jibuutii Finfinnee seene Debela Tadesse Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Gareen jilaa Jibuutii Finfinnee seeneera. Gareen jilichaa gara Finfinnee kan dhufeef walga’ii Koomishinii Ministiroota Waloo Ityoo-Jibuutiirratti…
Oduu biyya keessaa Leemmanitti namoonni tiraanisfoormarii hatan to’annoo jala olaan Debela Tadesse Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Godinaa Shawaa Kibbaa Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaa Magaalaa Leemmaanitti tiraanisfoormarii naannawa Awaash Abbuu Guutuu fi Aanaa Sabbataa Awaas…
Teeknooloojii Hoggantoonni dhaabbilee Istaatistiiksii biyyoota Afrikaa adda addaarraa dhufan Godaambaa Saayinsii… Sifen Megersa Oct 26, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi ogeeyyii olaanoon dhaabbilee Istaatistiiksii biyyoota Afrikaa adda addaarraa dhufan Godaambaa Saayinsii daawwataniiru. Daawwannaa…
Biiznasii Bara baajataa kana Daldala Midhaan Zayitaarraa Galii Doolaaraa miiliyoona 300 ol argachuuf hojjetama… Sifen Megersa Oct 26, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana Daldala Midhaan Zayitaarraa Galii Doolaaraa miiliyoona 300 ol argachuuf hojjetama jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…