Horii aannanii fi aannan biraandii ta’e babal’isuuf hojjechaan jira – Yuunivarsiitii Salaalee
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Salaalee qorannoo fi qo’annoo irratti hundaa’uun loon aannanii oomisha gaarii kennanii fi haala hunda dandamachuu danda’an baay’isaan…