Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawuliidaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Mawuliidaa 1497ffaan hordoftoota Amantaa muslimaan kabajamaa jira. Ayyaanni guyyaa dhaloota Nabiyyuu Mahaammad magaalaa Finfinnee masjiidaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa kan kabajnu seenaa addunyaafi jireenya dhala namaa jijjiruun tahuu qaba-MM Abiy… Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaana Mawulidaa kan kabajnu seenaa addunyaafi jireenya dhala namaa jijjiruun tahuu qaba jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa…
Waajabila Faanaa Barattuun Qormaataa Kutaa 12ffaa qoramuuf Yuunivarsiitii Dirree Dawaa seente ilma dhiiraa deesse Sifen Megersa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) - Barattuun Godina Harargee Lixaarraa Yuunivarstii Dirree Dawaatti Qormaataa Kutaa 12ffaa qoramuuf imalte ilma dhiiraa nagaan oofkalte. Barattuu…
Oduu biyya keessaa Jilli Keeniyaa kabaja ayyaana Irreechaatiif dhufe godina Baaleetti iddoowwan hawwata turizimii… Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Hawaasni Keeniyaa kabaja ayyaana Irreechaatiif gara Itoophiyaa dhufan godina Baaleetti iddoowwan hawwata turizimiifi kilaastara misooma qamadii…
Ispoortii Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa… Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa Hoosaanaa milkaa’aniiru. Guyyaa har’aa taphoonni…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hojii mooraa miidhagsuu Yuunivarsiitii Injibaaraa dinqisiifatan Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojii mooraa miidhagsuu Yuunivarsiitii Injibaaraa dinqisiifatan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa ilaalchisuun Manni Marechaa ergaa baga geessanii dabarse Debela Tadesse Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Ayyaana Mawulidaa boru kabajamuu ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarseera. Bakka Bu’aan…
Oduu biyya keessaa Arjummaafi gaarummaa Nabii Muhaammad (SAW) qajeeltoo jireenya keenyaa godhachuu qabna- Pir.… Debela Tadesse Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Arjummaafi gaarummaa Nabii Muhaammad (SAW) qajeeltoo jireenya keenyaa godhachuu qabna jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Idil Addunyaa Muummeen Ministeeraa Hangaarii Gamtaan Awurooppaa Raashiyaarra qoqqobbii akka kaasu gaafatan Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministeeraa Hangaarii Viiktoor Orbaan Gamtaan Awurooppaa Raashiyaarra qoqqobbii akka kaasu gaafatan. Qoqqobbichi waraana Raashiyaafi Yuukireen…
Oduu biyya keessaa Yuunivrsiitiwwan barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachuu itti fufan Sifen Megersa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Yuunivrsiitiwwan garaagaraa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan simachuu itti fufaniiru. Yuunivarsiitiin Salaalee Barattoota…