Idil Addunyaa Kirkira Lafaan Lubbuun namoota 95 darbe Debela Tadesse Jan 7, 2025 0 Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)- Kibba Lixa Chaayinaa Bulchiinsa Tiibeetitti Kirkira lafaa Reektar Iskeelii 7.1 galmeesseen lubbuun namoota 95 yoo darbu, 130 irra ammoo miidhaan qaqqabuun…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa Hojjettoota Misooma Kooriidariif Maaddii qoode Debela Tadesse Jan 7, 2025 0 Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun hojjettoota misooma kooriidarii kuma 2 oliif maaddii…
Oduu biyya keessaa Sadarkaa Biyyaalessaatti Ayyaanni Qillee kabajamaa jira Debela Tadesse Jan 7, 2025 0 Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Ayyaanni Dhalachuu Yesuus Kiristoos (Qillee) Hordoftoota Amantii Kiristaanaa biratti sirnoota garaagaraatiin sadarkaa biyyaalessaatti kabajamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa bakka ga’umsa tuuristootaa filatamtuu taasisuuf hojjetamaa akka jiru akeekame Debela Tadesse Jan 7, 2025 0 Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaa Afrikaa keessaa bakka ga’umsaa tuuristootaa filatamtuu taasisuuf bakkeewwan hawwata tuuriizimii jiran sadarkaa Idil Addunyaa akka guutan…
Oduu biyya keessaa Laallibalaan naannawaa addaa agarsiiftuu ogummaa, mul’ataa fi cimina Itiyoophiyaanootaati… Sifen Megersa Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Laallibalaan naannawaa addaa, agarsiiftuu ogummaa, mul'ataa fi cimina Itiyoophiyaanootaa ta'uu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salamaawiit Kaasaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Jala bultiin Ayyaana Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos faarfannaa fi galateeffannaan kabajamaa jira Sifen Megersa Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Jala bultiin Ayyaana Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos faarfannaa fi galateeffannaan Mana Amantaa Kiristaanaa Kaateediraalii Madihaani'alemii Booleetti kabajamaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantoonni naannoolee Amaaraa, Somaalee fi Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ergaa baga geessanii dabarsan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a Woolviis Notiingahaam Forest waliin taphata Sifen Megersa Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee 20ffaa tapha har’a Woolviis Notiingahaam Forest keessummeessuun xumurama. Taphni har’a halkan sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Embaasiwwanii fi Dhaabbileen idil addunyaa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Embaasiwwanii fi Dhaabbileen idil addunyaa teessoo isaanii Magaalaa Finfinnee taasisan ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Qillee ilaalchisee ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Ayyaanaa Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Erga isaaniin baga Ayyaana Dhalachuu…