Oduu biyya keessaa Dhaabbileen barnootaa barattoota isaanii ebbisiisan Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Hoospitaalli Waliigalaa fi Koolleejjiin Meedikaalaa Adaamaa, Yuunvarsiitiin Waachamoo fi Yuunvarsiitiin Dabrataaboor barattoota isaanii…
Idil Addunyaa Traamp tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo hatattamaa labsan Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp tamsa’inaa vaayraasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo hatattamaa labsaniiru. Kanaafis qoqqobbii imalaa…
Fayyaa Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalotaaf ambulaansota 31 laate Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) –Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalota magaalicha keessatti argamaniif ambulaansota 31 laate. Hogganaan biirichaa…
Biiznasii Waltajjiin hoji dhabdummaa fi carraa hojii uumuu Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Waltajjiin biyyoolessaa hoji dhabdummaa fi carraa hojii uumuurratti xiyyeeffatu Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa jira. Waltajjicha kan…
Oduu biyya keessaa Naannoleen filannoo ifooman Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012(FBC) – Naannoleen filannoo ifooman. Haaluma kanaan nananoleen filannoo 547 ta'uun ifoomaniiru. Naannoleen filannoo mana maree…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan daddabarsa namoota seran alaatin Iintarpoolin barbaadamaa ture to’annaa jala oole Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Shakkamaan daddabarsa namoota seran alaatin Iintarpoolin barbaadamaa ture to'annaa jala oole. Shakkamtichi garee yakkaa daddabarsa namoota…
Oduu biyya keessaa Miidhamaan koroonaa vaayrasii jalqabaa Ityoophiyaatti argamuu waliin walqabatee daldaltoota daballii… Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Miidhamaan koroonaa vaayrasii jalqabaa Ityoophiyaatti argamuu waliin walqabatee daldaltoota daballii gatii taasisan irratti gareen hojii to'annaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad ummanni osoo hin rifatin, fayyaa ofii fi maatiisaa eeguu qaba jedhan Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ummanni osoo hin rifatin fayyaa ofii fi maatiisaa eeguu qaba jedhan. Dooktar Abiy miidhamaan…
Idil Addunyaa Sudaan namni tokko vaayrasii koroonaan du’uu beeksifte Wabi Fufa Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) – Sudaan guyyaa kaleessaa namni tokko vaayrasii koroonaan du’uu beeksifteerti. Namni du’e kun torbee jalqabaa baatii Gurraandhalaa Emmireetota Arabaa…
Waajabila Faanaa Ruuwaandaatti tatamsa’ina koroonaa vaayrasii ittisuuf iddoo dhiqannaa harka sosocho’aa fayyadamuun… Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitooteessa 4, 2012 (FBC) – Ruuwaandaatti tatamsa’ina koroonaa vaayrasii ittisuuf iddoo dhiqannaa harka sosocho’aa fayyadamuun eegalame Ruuwaandaan biyyoota Afrikaa Sahaaraa…