Gabaasni Komishinichaa amanamummaa kan hir’atu, adeemsa ogummaa kan hinhordofne fi fedhii siyaasaa…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Gabaasni Komishinii Mirgoota Namoomaa idil addunyaa amanamummaa kan hin qabne, adeemsa ogummaa kan hinhordofnee fi fedhii siyaasaa kan qabu ta’uu…