Bara baajataa 2015 magaaloonni Baadiyyaa 280 tajaajila Elektirikaa ni argatu jedhame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa 2015 magaaloota Baadiyyaa 280 tajaajila Elektirikaa qaqqabsiisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiise.…