Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Imbaasiin Chaayinaa waliigaltee carraa barnoota bilisaa mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Imbaasiin Chaayinaa Damee Teeknooloojiin ga’umsa barattootaa fi barsiisootaa guddisuuf…