Konkolaattonni fe’umsaa deeggarsa namoomaa fe’an 47 gara naannoo Tigraayitti imalaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii jalatti qindeessummaa Sagntaa Nyaata Addunyaan Konkolaattonni fe’umsaa deeggarsa namoomaa fe’an 47 gara naannoo Tigraayitti…