Balballoommii fi yaada Naannon Kibbaa fi naannon Sidaamaa aangoo walharkaa fuudhan Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Naannoon Kibbaa buleeyyinii fi naannoo haaraan Sidaamaa sirna walharka fuudhinsa aangoo gaggeessan. Manni Maree Naannoo Kibbaa yaa'ii…
Oduu biyya keessaa Sabbataatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 63 olii ebbifaman Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Sabbataatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 63 oliin ijaarraman ebbifaman. Proojaktoonni misoomaa godina…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa proojaktii nama dhuunfaa ta’eet ture – Ambaasaaddar Alamaayyahu Taganuu Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa walitti qabdoota boordii duraatin kisaaraa jabaaf saaxilameera jedhan ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii duraanii fi…
Biiznasii Shiroomeedaatti ijaarsi giddugala huccuu aadaa jalqabame Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman Shiroomeedaatti ijaarsi giddugala huccuu aadaa jalqabamuu beeksisan. …
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy, Leetanaal Janaraal Mahaammad Haamdaan Daalgoo waliin walargan Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad itti aanaa walitti qabaa Mana Maree Sudaan Leetanaal Janaraal Mahaammad Haamdaan Daalgoo waliin walargan.…
Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaromsaa kaleessas itti fufee oolera Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Mariin Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gaggeessan kaleessas itti fufee oolera. Ministeerri Bishaan, Jallisii fi…
Oduu biyya keessaa Koreen Taaski Foorsii tajaajila lammummaa Oromiyaa qabeenya Biiliyoona 1.2 walitti qabuun… Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hojii tajaajila lammummaa ittisa COVID-19 irratti hojjetameen deeggersi qarshii fi meeshaa Birrii biiliiyoona 1.2 taasifamuu…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy yaa’ii Chaayinaa – Afrikaarratti hirmaatan Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii Chaayinaa -Afrikaa interneertiin gaggeeffamerratti hirmaataniiru. Yaa’ichi weerara…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti lakkoosi namoota vaayraasii koroonaan qabamanii 2743 ga’e Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 85 irratti vaayrasiin koroonaa argame. Hanga ammaatti magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 211ga’e Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 5 irratti vaayrasiin koroonaa argame. Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa…