Lammiileen kumni 1 fi 355 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Lammiileen kumni 1 fi 355 Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan guyyaa har’aa gara Ityoophiyaa deebi’aniiru.
Lammiilee gara biyyaa deebi’an…