Ispoortii Atileet Gooyititoom Gabrasillaaseen Birrii kuma 300 badhaafamte Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Kilabiin Ispoortii Ityoo-Elektirik atileet Gooyititoom Gabrasillaaseef Birrii Kuma dhibba 3 badhaase. Kilabichi sagantaa badhaasaa hoteela…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibbaa deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 219 raayyaa ittisaaf taasiise Sifen Megersa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Naannoon Ummattoota Kibbaa deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 219tti tilmaamamu raayyaa ittisaaf taasiise. Sangoota kuma 1 fi 829,…
Idil Addunyaa Ameerikaan Yuukireeniifi biyyoota ollaaf deeggarsa meeshaa waraanaa Doolaara biiliyoona 2.2… Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Ameerikaan Yuukireeniifi biyyoota ollaaf deeggarsa meeshaa waraanaa dabalataa Doolaara biiliyoona 2.2 taasisuuf waadaa galuu gabaafame. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Naannoon Beenishaanguul Gumuz sirreeffamtoota 104’f dhiifama taasise Debela Tadesse Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoon Beenishaangul Gumuz bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 104’f dhiifama taasisuu Abbaan Alangaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan ibsa Koomishiniin Ogeeyyii Mirgoota Namoomaa Idil Addunyaa baase kuffise Debela Tadesse Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Mootummaan ibsa Koomishiniin Ogeeyyii Mirgoota Namoomaa Idil Addunyaa baase kuffiseera. Ministeerri Dhimma Alaa ibsa baaseen ibsi koomishinichaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Ordiin Badiriin ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin ergaa baga geessanii bara haaraa dabarsan. Barri darbe bara qormaatileen guuttame…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti biqiltuun muuzii miiliyoonni 2.6 ol misoomaa jira jedhame Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Naannoo Oromiyaatti inisheetiivii misooma muuziin biqiltuun miiliyoonni 2.6 ol lafa heektaara kuma 12 ol irratti misoomaa jiraachuu ibsame. Bara 2012 irraa…
Oduu biyya keessaa Awutoobisoonni magaalichaa haaraan eebbifamaa jiru Sifen Megersa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Awutoobisoota haaraa galche eebbisiisaa jira. Guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun bulchiinsi magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota 374 deeggarsa taasise Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Bulchiinsi godina Arsii Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota 374 deeggarsa taasise. Godinichi deeggarsa sangootaa aanaalee godinichaa 13 fi bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan tajaajiltummaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Guutuu biyyattiitti guyyaan tajaajiltummaa hojiilee tola ooltummaan kabajamaa jira. Guyyaa tajaajiltummaa ilaalchisee hoggantoonni olaanoon Ministeerota…