Dooktar Abiy Ahimad Jigjigaatti Giddugala Horsiisa Lukkuu “Horn Africa” daawwatan
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaatti Giddugala horsiisa Lukkuu “Horn Africa” guyyaatti hanqaaquu kuma 35 oomishu daawwataniiru.…