Oduu biyya keessaa Ergaa Waajjira Ministira Muummee Ayana Dheressa Jun 15, 2026 0 Buufanni xiyyaaraa Idil-addunyaa haaraan Bishooftuu Finfinneerraa fageenya kiiloomeetira 40 irratti, qixa sirrii galaanaa irraa meetira kuma 1 fi 910 irratti ijaaramaa jira. Dandeettii…
Oduu biyya keessaa Weellisaa Sammaanyi Balaw addunyaa kanarraa du’aan boqote Ayana Dheressa Jun 15, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018(FMC)- Weellisaa Sammaanyi Balaw dhibee isa mudateen yaalamaa turuun guyyaa har’aa addunyaa kanarraa du’aan boqoteera. Weellisaa Sammaanyi Balaw hojiiwwan…
Ispoortii Tapha Ispeen fi Keeppi Verdee… Ayana Dheressa Jun 15, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018(FMC)- Taphoonni marsaa jalqabaa waancaa addunyaa guyyaa har’aas itti fufanii ni taphatamu. Ramaddii 8 irraa Ispeen fi yeroo jalqabaaf waancaa addunyaa…
Idil Addunyaa Ameerikaa fi Iraan waraana dhaabuuf waliigalan Yonatan Birhanu Jun 15, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018(FMC) - Ameerikaa fi Iraan waraana dhaabuuf waliigaltee irra ga'aa jiru. Ameerikaa fi Iraan walitti fiduun mariisisaa kan jirtu Paakistaan waliigaltichi…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggarittii, Qophii Qormaata Biyyaalessa Kutaa 12ffaa… Yonatan Birhanu Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018 (FMC) - Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Qormaata Biyyaalessa Kutaa 12ffaatiif qophaa'eera jedhe Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalattii Obbo Firakiyaa Kaasaahun…
Oduu biyya keessaa Hawaasni addunyaa sochi farra nageenyaa ABUT balaaleffachuu qaba – Pr. Kindayaa Gabirahiywat Yonatan Birhanu Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FBC) - Gareen duraanii ABUT bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fonqolchuun walitti bbu'iinsaa fi jeequmsa malee jiraachuu akka hindandeenye argisiisa jedhan Itti…
Ispoortii Atileet Maammoo Hacaaluu fi Maahileet Kaasaahun Fiigicha Guddicha Boqojjii injifatan Yonatan Birhanu Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC) - Dorgommii fiigicha KM 12 yeroo 5ffaaf Boqojjiitti dorgomame dhiiraan atileet Maammoo Hacaaluu Ijaarsa Oromiyaa irraa injifateera. Atileet Amaan…
Oduu biyya keessaa Alangee Dabarsuun Olitti: Sirna Itti Fufsiisuu… Yonatan Birhanu Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Walharkaa fuudhinsi Alangaa Gadaa Sadeen Tuulamaa marsaa 71ffaan Alangee dabarsuun alatti sirna itti fufwiisuu dha jedhan pirezidaantiin mootummaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo aadaafi duudhaa isaan deebi’ee akka ijaaramuufi misoomuuf xiyyeeffannoon… Ayana Dheressa Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Uummanni Oromoo aadaafi duudhaa isaan deebi'ee akka ijaaramuufi misoomuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Aadaafi Duudhaalee Oromoo cimsuuf ni hojjenna- Abbaa Gadaa Geetuu Taliilaa Ayana Dheressa Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraan Geetuu Taliilaa bara Gadaa isaanitti aadaafi duudhaalee Oromoo cimsuuf ni hojjenna jedhan. Abbaan Gadaa Geetuu Taliilaa…