Oduu biyya keessaa Tarsiimoon foon diimaa biyyaalessaa ifoome Ayana Dheressa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Ministeerri Qonnaa tarsiimoo foon diimaa biyyaalessaa ifoomse. Tarsiimoon foon diimaa biyyaalessaa oomishaa fi omishtummaa beeyladoota foonii, dhiyeessii…
Oduu biyya keessaa Hanqina Dhiyeessii Simmintoo furuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan ni hojjetama – Obbo… Sifen Megersa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Hanqina Dhiyeessii Simmintoo furuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan kan hojjetamu ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Gargaarsa Ameerikaatti Ittaanaa Daayrektara Olaanaa Dhiimmoota… Ayana Dheressa Nov 18, 2022 0 Finfinne,Sadaasa 9,2015 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Gargaarsa Ameerikaatti Ittaanaa Daayrektara Olaanaa Dhiimmoota Afrikaa Taayilar Beeklamaan…
Oduu biyya keessaa Qabeenyi malaanmaltummaan fudhataman mootummaan akka dhaalaman taasifamuun ibsame Debela Tadesse Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Kurmaana jalqabaa bara 2015tti, qabeenyi Ummataa fi mootummaa malaanmaltummaan fudhataman Birrii miiliyoona 49 fi kuma 800 ol, konkolaattota lama,…
Biiznasii Fooyyeessa deeggarsa boba’aan kasaaraa Birrii biiliyoona 10 mootummaarra ga’u Birrii biiliyoona 4tti… Debela Tadesse Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)-Fooyyeessa deeggarsa boba’aan kasaaraa Birrii biiliyoona 10 mootummaarra ga’u Birrii biiliyoona 4tti hir’isuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise.…
Ispoortii Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegala Sifen Megersa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegalama. Taphni waancaa addunyaa 22ffaan qopheessummaa Kuwaataariin…
Oduu biyya keessaa Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 12 gama Afaariin gara Tigraayitti imala eegaluu ibsame Ayana Dheressa Nov 18, 2022 0 Finfinne,Sadaasa 9,2015 (FBC)- Qindeessummaa Sagantaa Nyaata Addunyaan Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 12 gama Afaariin gara Tigraayitti imala eegaluu ibsameera. Sagantaan Nyaata…
Oduu biyya keessaa Pirojektii misooma qarqara laggeenii Finfinneef deeggarsi Yuuroo miiliyoona 5 taasifame Debela Tadesse Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Eejensiin Walta’iinsa Misoomaa Xaaliyaanii pirojektii misooma qarqara laggeenii Finfinneef deeggarsa Yuuroo miiliyoonaa 5 taasise. Kantiibaan Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Daddabarsitoota seeraan alaa Warqee to’achuuf hoggansi qindoominaan akka hojjetuu Obbo Umud Ujuluu… Debela Tadesse Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Naannoo Gaambeellaatti daddabarsitootaa seeraan alaa Warqee to’achuun oomishichi faayidaa diinagdee biyyaaf akka oolu qaamoleen hunduu qindoominaan akka…
Biiznasii Kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Ministeerri Indaastirii sadarkaa fi kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuurratti magaalaa Finfinneetti marii gaggeessaa jira.…