Ispoortii Afrikaa Kibbaa 0 -3 Ityoophiyaa Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa garee kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii fi gita isaa Afrikaa Kibbaa waliin…
Biiznasii Galchitoota gabaa Zayitaarratti dhiibbaa uumaan mootummaan to’achuu akka qabu daldaltoonni… Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) –Galchitoota gabaa Zayitaarratti dhiibbaa uumaa jiran mootummaan to'achuu akka qabu daldaltoonni Faanaa Broodkaastiing Korporeet waliin turtii taasiisan…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti dhiyeessii fi hanqinni meeshaalee bu’uuraa jiraachuu jiraattonni magaalichaa… Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti dhiyeessii fi hanqinni meeshaalee bu’uuraa jiraachuu jiraattonni magaalichaa himaniiru. Magaalichatti dhiyeessii fi rakkoon haqummaa…
Oduu biyya keessaa Qindeessummaa Sagantaa Nyaata Addunyaatiin konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an Maqalee gahan Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)-Dhaabbata Mootummaa Gamtoomaniitin kan socho’uu qindeessummaa Sagantaa Nyaata Addunyaatiin konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an Magaalaa Maqalee gahaniiru.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan tattaaffii nageenyaa karaa Ooliiseengoo Oobaasaanjoon gaggeeffamuu ni deeggara-Obbo… Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin tattaaffii nageenyaa Gamtaa Afrikaatti Ergamaan addaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa aanaa Saayaadaabbirii fi Waayyuutti misooma qamadii daawwatan Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa aanaa Saayaadaabbirii fi Waayyuutti misooma qamadii daawwataniiru. MM Abiy…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni kumni 1 fi 245 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa balallii marsaa sadiin taasifameen Ityoophiyaanonni kumni 1 fi 245 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera. Lammiilee kanneen…
Biiznasii Baatiwwan salgan darbanitti Oomisha Bunaa alaatti ergamerraa Doolaarri miiliyooni 894 ol argame Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti Oomisha Bunaa alaatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 94 ol argamuu Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaa daa’ima dhibee kalee dhukkubsatee fakkeessuun ittiin kadhataa turan to’annaa jala… Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfaa daa’ima dhibee kalee dhukkubsatee fakkeessuun ittiin kadhataa turan to’annaa jala ooluu Waajjirri Bulchiinsa kutaa Magaalaa Gullallee…
Oduu biyya keessaa Magaalonni Oromiyaa bakka jireenyaaf mijatoo akka ta’aniif hojjetamaa jiraachuu ibsame Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Magaalonni Oromiyaa bakka jireenyaa mijatoo akka ta'aniif hojjetaa jiraachuu Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaa beeksiseera. Hogganaan Biirichaa…