Oduu biyya keessaa Agarsiifni Albuudaa idil addunyaa baname Sifen Megersa Nov 10, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Agarsiifni Albuudaa idil addunyaa "Mintex” Finfinnee galma barkumeetti banameera. Sirna baniinsa agarsiisaa kanarratti Pireezidaantii FDRI Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Saa’adaan durfamu buufata biqiltuu Moojootti qophii biqiltuuwwanii daawwate Sifen Megersa Nov 10, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Jilli Af-yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Saa'adaa Abduramaan durfamu buufata biqiltuu Moojootti qophii biqiltuuwwan garaagaraa daawwateera. Ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee nageenyaan Ityoophiyaan injifannoo dippiloomaasii gonfatteetti- Hayyoota Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa Mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffameen Ityoophiyaan injifannoo dippiloomaasii gonfatteechuu hayyoonni ibsan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaan aanaa Awusii Rasuu Duubtiitti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan aanaa Awusii Rasuu Duubtiitti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan. Obbo Awwal aanichatti…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalota Dhummuugaafi Allaamaaxaa tajaajilli elektirikaafi neetwoorkii eegaluu isaatti… Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Jiraattonni magaalota Dhummuugaafi Allaamaaxaa tajaajilli elektirikaafi neetwoorkii eegaluu isaatti gammaduu ibsaniiru. Mootummaa federaalaafi…
Oduu biyya keessaa Ittaanaan Diiviizhinii Oppireeshinii Idil Addunyaa “USA FBI” Poolisii Federaalaa daawwatan Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Ittaanaan Diiviizhinii Oppireeshinii Idil Addunyaa “USA FBI” Reeymoond Duudaafi Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun Mootummaa Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Daayrektara Olaanaa Ejensii Nageenya Odeeffannoo Soomaaliyaan durfamu magaalaa Finfinnee gale Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Jilli Daayrektara Olaanaa Ejensii Nageenya Odeeffannoo Soomaaliyaa Mahaadi Mohaammadiin durfamu magaalaa Finfinnee galu Tajaajilli Nageenya…
Oduu biyya keessaa Komishinichi naannoo Amaaraa fi Tigraayitti lammiilee miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 342… Sifen Megersa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa naannoo Amaaraa fi Tigraayitti lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 342.4…
Oduu biyya keessaa Tulluu Bollootti manneen jireenyaa 42 baajata mana qopheessaan ijaarraman fayyadamtootaaf dabarfaman Sifen Megersa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Tulluu Bollootti manneen jireenyaa 42 baajata mana qopheessaa magaalichaa Birrii miiliyoona 13’n ijaaraman fayyadamtootaaf dabarfamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Tuurizimii Naannoo Oromiyaatti Kabajamaa Jira Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sadarkaa naannoo Oromiyatti yeroo 18ffaaf magaalaa Hararitti kabajamaa jira. Guyyichi walta'iinsa Biiroo Aadaafi…