Manni Marichaa walga’ii Addaa 6ffaa gaggeesseen haala yeroorratti mari’achuun yaada murtoo dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii Addaa 6ffaa guyyaa hardhaa gaggeesseen haala yeroo fi haleellaa namoota nagaarratti raawwate ilaalchisuun…