Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii konteeyinarri 2 to’atame Ayana Dheressa Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii uffataa fi kophee konteeyinarri 2 to’atamuu ibsame. Poolisiin magaalaa Finfinnee hordoffii Tajaajila Nageenyaa…
Idil Addunyaa Bara kana daandiiwwan qilleensaa Afrikaa sababa qaala’iinsa gatii boba’aan Doolaara biiliyoona 4 ni… Ayana Dheressa Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Bara kana daandiiwwan qilleensaa Afrikaa galii argachuu qaban Doolaara biiliyoona 4 sababa qaala’iinsa gatii boba’aan kan dhaban ta’uu Waldaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti maqaa invastimantiin lafa fudhatanii kanneen hinmisoomsine irratti tarkaanfiin… Debela Tadesse Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Naannoo Harariitti maqaa invastimantiin lafa fudhatanii qaamolee hinmisoomsine irratti tarkaanfiin hatattamaa akka fudhatamu Kaabineen Naannoo Hararii…
Idil Addunyaa Israa’elii fi Ijipt waaliigaltee gaazii uumamaa Gamtaa Awurooppaaf erguu isaan dandeessisu… Ayana Dheressa Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Israa’elii fi Ijipt waaliigaltee gaazii uumamaa Gamtaa Awurooppaaf erguu isaan dandeessisu waliif mallatteessuu ibsame. Biyyoonni lameen gaazii…
Oduu biyya keessaa Guyyoota 10’n jalqabaa Baatii Adoolessaa lolaan mudachuu waan danda’uuf hawaasni eeggannoo akka… Debela Tadesse Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Guyyootaa 10’n jalqabaa Baatii Adoolessaa lolaa cimaa mudachuu waan danda’uuf, hawaasni naannawaa lafa dhooqaa fi olka’iinsa qabu jiraatu eeggannoo akka…
Oduu biyya keessaa Marii hoggantoonni Ityoophiyaa fi Sudaan taasisan rakkoolee mariin furuun michummaa biyyoota… Ayana Dheressa Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Marii hoggantoonni Ityoophiyaa fi Sudaan taasisan rakkoolee mariin furuun michummaa biyyoota lameenii daran cimsuurratti xiyyeeffachuu Gorsaan…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Oppireeshinii gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa 114 fi rasaasni kumni 20 ol qabame Ayana Dheressa Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaalee garaagaraa keessatti Oppireeshinii qaamolee nageenyaafi hirmaannaa ummataan gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa addaa addaa…
Idil Addunyaa Abdulfattaa Al Buhuraan, miseensota siiviilii Mana maree walabummaa hojiirraa gaggeessan Debela Tadesse Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Dura Taa’aan Mana Maree Ce’umsaa Walabummaa Sudaan Leetenaal Jeneraal Abdulfattaa Al Buhuraan, miseensota siiviilii Mana maree walabummaa hojiirraa…
Oduu biyya keessaa Raayyichi harka tokkoon diinota Ityoophiyaa qolachaa, harka biraan dhalootaaf ashaaraa kaa’aa… Debela Tadesse Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Raayyaan Humna Qilleensaa harka tokkoon diinota Ityoophiyaa qolachaa harka biraan dhalootaaf ashaaraa kaa’aa jirachuu Ajajaan Olaanaan Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Pirezidaantichi dargaggoota tola ooltota daangaa ce’aa waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo dargaggoota tajaajila tola ooltota daangaa ce’aa waliin mari’ataniiru. Dargaggoonni tajaajila…