Oduu biyya keessaa Siidaan Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbifame Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Siidaa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisiisaniiru. Siidaan kun Birrii miiliyoona 21’n…
Oduu biyya keessaa Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2014 yuunivarsiitiiwwan keessatti kan kennamu ta’uu ibsame Sifen Megersa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2014 yuunivarsiitiiwwan keessatti kan kennamu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Jilli Ittaanaa Preezdaantii MNO obbo Awwaluu Abdiin durfamu Aanaa Gullisootti, Mana Barumsaa Ifa… Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Ittaanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdii fi Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoo sobaa fi haasawa jibbiinsaa qolachuun biyya cimaa ijaaruun murteessaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Mariin biyyaalessaa haasawa jibbiinsaa fi qabsoo ragaa sobaarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaan Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa mata duree ‘Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa Badhaadhina hunda galeessaaf’…
Oduu biyya keessaa Waggoottan darban hojiin dubartoota fayyadamoo taasisuu fi hirmaannaa isaanii cimsuurratti hojjetame… Sifen Megersa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Waggoottan darban hojiin dubartoota fayyadamoo taasisuu fi hirmaannaa isaanii cimsuurratti hojjetame bu’aa argamsiisuu dursaa itti aanaan…
Idil Addunyaa Qoqqoobbiin biyyoonni garee torbaa Raashiyaarra kaa’an qaala’iinsa gatii Addunyaa hammeesse Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qoqqoobbiin biyyoonni garee torbaa Raashiyaarra kaa’an qaala’iinsa gatii Addunyaa hammeesse jedhame. Tibbana biyyoonni garichaa Jarmanitti…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Naannoo Oromiyaa humna jijjiirama misoomaati -Obbo Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Obbo Shimallis Abdiisaan haasawa eebba piroojektoota Godina Baalee irratti taasisaniin hawaasni naannoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baaleetti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisuun hojii… Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baaleetti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Biyyattiin Bu’aalee Oomisha muduraalee argamsiisaa jirti – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Oomishaaleen muduraalee iddoo hundatti babal’achaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru. Oomishni…