Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi ijaarsa manneen jireenyaa gamoo abbaa darbii G+5 eegalchiisan Sifen Megersa Jun 27, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen ijaarsa mana jireenyaa gamoo abbaa darbii G+5 kutaa magaalaa Liddataatti…
Uncategorized Hidhattoonni Sudaan Kibbaa weerarri Naannoo Ummatoota Kibba Lixa Ityoophyaatti raawwatan hinjiru… Debela Tadesse Jun 27, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Hidhattoonni Sudaan Kibbaa weerarri Naannoo Ummatoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti raawwatan akka hinjirre Ittigaafatamaan Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Koreen Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa xumure Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Koreen Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa guyyota lamaaf gaggeessaa ture xumureera. Korechi dhimmoota nageenya biyyaalessaa, ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Godinni Arsii Lixaa deeggarsa Hidha Haaromsaaf Birrii miiliyoona 40 walitti qabuuf hojjechaa… Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Godinni Arsii Lixaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaatiif Birrii miiliyoona 40 walitti qabuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Waancaan Hidha…
Fayyaa Baankii Dhiigaa Shaashamannee hanga ammaatti dhiiga yuuniitii 4800 ol walitti qabuun eerame Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Baankiin Dhiigaa Shaashamannee hanga ammaatti dhiiga yuuniitii 4800 ol walitti qabuun eerameera. Baankiin Dhiigaa Shaashamannee sagantaa…
Oduu biyya keessaa Qulqullinaa fi dhaqqabamummaa bu’uuraalee misoomaa mirkaneessuun sirna cimaa fi biyya jabduu ni… Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Qulqullinaa fi dhaqqabamummaa bu’uuraalee misoomaa mirkaneessuun sirna cimaa fi biyya jabduu ni ijaarra jechuun Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Idil Addunyaa Waraanni Raashiyaa Yuukireen irratti haleellaa misaa’elaa gaggeessuun gabaafame Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Har’a ganama Raashiyaan Yuukireen naannawaa Kiyeeviin dabalatee, naannawaa waraanaa birootti haleellaa misaa’elaa gaggeessuun gabaafameera.…
Oduu biyya keessaa Hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu cimee biyya tasgabboofte ijaaruuf hojiileen eegalaman itti… Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Hojiilee olaantummaa seeraa kabachiisuu cimsuun biyya tasgabboofte ijaaruuf hojiileen eegalaman kan itti fufan ta’uu Miseensonni Koree Giddugaleessaa…
Oduu biyya keessaa Gommaatti sosochiin waldaalee hojii gamtaa gaggeeffame Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti sosochiin waldaalee hojii gamtaa mata duree ''Waldaalee hojii gamtaa furmaata qaala'iinsa gabaaf” jedhun gaggeeffameera.…
Waajabila Faanaa Kitaabni ‘Gara jabina isa dhumaa’ eebifame Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Kitaabni mata duree ‘Gara jabina isa dhumaa’ jedhuun kan Injiinar Indaalee Abbabaan barreeffame, Galma Giddugala Aadaa Oromootti eebbifameera.…