Waajabila Faanaa Kitaabni ‘Gara jabina isa dhumaa’ eebifame Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Kitaabni mata duree ‘Gara jabina isa dhumaa’ jedhuun kan Injiinar Indaalee Abbabaan barreeffame, Galma Giddugala Aadaa Oromootti eebbifameera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Silashiin Pirofeesaroota Yuunivarsiitiiwwan Ameerikaa garagaraarraa walitti baba’an… Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambasaaddarri Ityoophiyaa Dooktar Injiinara Silashii Baqqalaan Piroofeesaroota Yuunivarsiitiiwwan Ameerikaa garagaraarraa walitti baba’an…
Oduu biyya keessaa Boba’aa liitira kuma 85 albuuda biroon makee gurguruuf kan yaale Buufanni Raabsaa Boba’aa Ooyilibiya… Debela Tadesse Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Godina Geediyoo Magaalaa Wanaagaatti boba’aa liitira kuma 85 albuuda hinbarbaachifneen makuun hawaasatti gurguruuf kan yaale Buufanni Raabsaa Boba’aa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan rakkoolee bubbulan irraa hiikamtee daandii abdiirraa akka fuulduratti imaltu… Sifen Megersa Jun 26, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) –Ityoophiyaan rakkoolee bubbulan irraa hiikamtee daandii abdiirraa akka fuulduratti imaltu qabsaa'aa jirra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaatti konfiransiin dargaggootaa gaggeeffame Sifen Megersa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaatti konfiransiin dargaggootaa nageenya tiksuurratti xiyyeeffate gaggeeffameera. Nageenya magaalaa Shaashamannee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Naqamteetti Oolmaan dargaggootaa Birrii miiliyoona 108 ijaarramuu eegale Sifen Megersa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Kutaa magaalaa Dargee keessatti Oolmaan Dargaggootaa Birrii miiliyoona 108 ijaarramuu eegalameera. Oolmaan Dargaggoota…
Oduu biyya keessaa Dhalattoonni naannoo Beenishaanguul Gumuz dhiibbaa humnoota farreen nageenyaa jala turan 289 giddu… Sifen Megersa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Dhalattoonni naannoo Beenishaanguul Gumuz aanaa Bulanii gandoota Dooshii fi Mooch dhiibbaa humnoota farreen nageenyaa jala turan 289 giddu gala magaalaa…
Oduu biyya keessaa Aanaalee 300 keessatti misoomni midhaanii gurguddoon 10 kilaasteran hojjetamaa jiru – Ejansii… Sifen Megersa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Aanaalee 300 keessatti kuduraa fi muduraalee dabalatee misoomni midhaanii gurguddoon 10 kilaasteran hojjetamaa jiraachuu Ejansiin Tiraanisfoormeeshinii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti namoonni miiliyoonni 1.4tti hiiqan talaallii ittisa Koroonaa fudhatan Sifen Megersa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Naannoo Somaaleetti namoonni miiliyoonni 1.4tti hiiqan talaallii ittisa vaayirasii Koroonaa fudhachuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon kuntaalli kumni 500 buufata Jibuutii ga’uu ibsame Ayana Dheressa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Gosti Xaa’oo Yuuriyaa kuntaalli kumni 500 buufata Jibuutii ga’uu Korporeshiniin Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa ibse. Bara oomishaa baranaaf xaa’oo…