Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Quu Doong Yuu waliin mari’ataniiru.…