Naannichatti sagantaan duula Ashaaraa Magariisa bara kanaa eegale
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Naannoo Amaaraatti sagantaan duula Ashaaraa Magariisaa bara kanaa Magaalaa Goondaritti eegaleera.
Sagantichi bakka Muummeen Ministiraa duraanii obbo…