Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artiist Nuhoo Goobanaa raawwate Obse Wakgari Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Sirni awwaalchaa Artiisti gameessaa Oromoo Nuhoo Goobanaa raawwateera. Sirnicharrattis hoggantoonni hojii mootummaa Oromiyaa, ogeeyyiin…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Qabeenya Diinagdee Awurooppaa fi Eeshiyaa Ityoophiyaan tumsituu oolaantuu daldalaa keenyaati… Obse Wakgari Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Gamtaa Qabeenya Diinagdee Awurooppaa fi Eeshiyaa fi Ityoophiyaan bara Faranjootaa 2022 karoora tumsa isaanii caalmaan guddisuuf dandeessisuurratti…
Oduu biyya keessaa Obbo Iristuu Yirdaaw Jigjigaa galan Sifen Megersa Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Ummattoota Kibbaa obbo Iristuu Yirdaaw naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galan. Jilli obbo Iristuun durfamu kun…
Oduu biyya keessaa Fuula Fees Buukii Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshiin Korporeetii rakkoon teeknikaa muudate Sifen Megersa Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) - Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshiin Korporeetiin Fuula Fees Buukii seera qabeessa isaa rakkoon teeknikaa muudachuu beeksiise. Waaltaa…
Ispoortii Taphoota Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Naayijeeriyaa fi Gibtsi morkattoota isaanii… Sifen Megersa Jan 20, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa ramaddii xumura halkan kana taphatameen Naayijeeriyaan Giinii Bisaw yoo injifattu, Gibtsi Sudaan injifatteerti.…
Oduu biyya keessaa Humni Waloo Nageenyaa Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan xumuramuu ibse Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Humni Waloo Nageenyaa FDRI Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan xumuramuu beeksiseera. Qindoominni abbootii amantaa, dargaggootaa,qaamolee nageenyaa fi koree…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saanii boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Artistii fi qabsa'aan Nuhoo Goobanaa addunyaa kanarraa du'aan boqachusaatti gaddi itti dhagahamuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu'uura Misooma Aadde…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga’amuu ibse Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa boqachuu Artiist jaalatamaa fi beekkamaa Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga'amuu ibseera. Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach qaamolee Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamu ga’ee isaanii ba’an… Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee qaamolee Ayyaanni Cuuphaa akkaataa duudhaa isaa eegee fi karaa nagaan akka kabajamu ga'ee isaanii…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Somaalee Laandi Museebiihiin Abdiin Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Jilli Preezdaantii Somaalee Laandi Museebiihiin Abdiin durfamu Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwateera. Daawwannaa kanarratti Preezdaantii naannoo…