Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 3325 ga’e
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 147 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.
…