Waajjirri Giifti Duree Naannoo Sidaamaatti manni barnootaa ijaarsise eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Waajjirri Giifti Duree Naannoo Sidaamaa Aanaa Hakkootti mana barnootaa sadarkaa 2ffaa ijaarsise xumuramuun eebbifameera.
Muummeen Ministiraa Abiy…