Waraanni Raashiyaa mankuusaa meeshaalee waraanaa Yuukireen barbadeessuun gabaafame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa meeshaaleen waraanaa biyyoota Lixaa keessatti kuufamee jira kan jedhame mankuusaa meeshaalee waraanaa Yuukireen guddicha…