Oromiyaatti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 28 ol galmeessan hojii misooma…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 28 ol galmeessan kumni 1 fi 468 hojii misooma bunaarratti hojjechaa jiru jedhe…