Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan Xumurame Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)- Yaa’iin Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan Magaalaa Finfinneetti guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera. Yaa'iin Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Siriil Raamaafoosaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa Joon Mohaamaa waliin mari'ataniiru Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Kootidiivaar waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Kootidiivaar Alaasaan Waataaraan waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy miidiyaa Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Saalvaa kiir Maayaardiit waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa muudama Abbootii seeraa dhiyaate raggaasise Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Adaamaa Galma Caffeetti taa'aa muudama Abbootii seeraa raggaasiseera.…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Idileen 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaan oolmaa isaa guyyaa 2ffaan itti… Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) –Yaa'ii Idilee 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaan Adaamaa Galma Caffeetti oolmaa isaa guyyaa 2ffaa itti fufeera. Oolmaa guyyaa 1ffaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Iswaatiiniin tumsa isaanii cimsuuf mari’atan Ayana Dheressa Feb 14, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaafi Tumsa Idil-addunyaa Iswaatiinii Fooliil Diilaamiinii Shaakaantuu…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Baarbaadoos irra deebiin filatamuu hordofee Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga… Ayana Dheressa Feb 14, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Mootaaliin irra deebiin filatamuu hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa gufuuwwan isa muudatan humna ummataatiin damdamatee galmoota… Ayana Dheressa Feb 14, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa akkuma yeroo maraa, gufuuwwan isa muudatan humna ummataatiin damdamatee galmoota tarsiima'oo Ummata Oromootiif bu’uura cimaa…