Ganna dhufu roobni cimaan waan jiraatuuf balaa lolaaf akka hinsaaxilamneef hawaasni gamanumaa…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) Ganna dhufu rooba cimaa jiraaturraan kan ka’e balaan lolaa mudachuu waan maluuf, naannawaaleen balaa kanaaf saaxilamoo ta’an gamanumaa eeggannoo cimsuu…