Oduu biyya keessaa Naannawaa Fantaalleetti kirkirri lafaa mudate Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Har'a Waaree dura sa'aatii 5:20 irratti Naannawaa Fantaalleetti kirkirri lafaa mudachuu Yuuniversiitiin Finfinnee beeksise. Fantaallee bakka kana dura…
Idil Addunyaa Raashiyaan Yuukreen waliin mari’achuuf haal duree keesse Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Raashiyaan Yuukreen waliin mari'achuuf haal dureewwan hojiirra ooluu qaban beeksifte. Raashiyaan waldhabdee biyyoota lamaan gidduu jiru mariin furuuf…
Idil Addunyaa Hindi lammiilee ishee biyyoota garaagaraa jiraatanirra Doolaara Biiliyoona 100 fi Biiliyoona 29… Tsehay Guluma Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Hindi lammiilee ishee biyyoota garaagaraa jiraatanirraa Doolaara Biiliyoona 100 fi biiliyoona 29 argachuun ibsame. Bara faranjoota 2024tti Hindi…
Uncategorized Gamoon ammayyaa dhaabbii Konkolaattootaa Doolaara miiliyoona 22 ijaarame eebbifame Tsehay Guluma Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Gamoo ammayyaa dhaabbii Konkolaattootaa Doolaara miiliyoona 22 ijaarsise eebbisise. Gamoon abbaa darbii 8 kun…
Oduu biyya keessaa Komishinichi dhiibbaa uumtota waliin Magaalaa Adaamaatti mari’achaa jira Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaaleessaa qaamoole dhageettii hawaasaa qabaniifi dhiibbaa uumuu danda'an waliin Magaalaa Adaamaatti mari'achaa jira. Bakka…
Ispoortii Federeeshinich Yaa’ii Waliigalaa 28ffaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 28ffaa gaggeessuu eegaleera. Damee Atileetiksii Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuu keessatti…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 43tti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 43tti tilmaamamu to’atamu Komishiniin Gumrukaa beeksise. Meeshaaleen kunneen Mudde 4 –…
Fayyaa Finfinneetti Barbareen tajaajila nyaataaf ooluu hin qabne Kiiloo Giraamni kumni 22 fi 700… Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Barbareen tajaajila nyaataaf ooluu hin qabne gabaaf rabsamaa ture Kiiloo Giraamni kumni 22 fi 700 eeruu ummataan to’atamuun…
Oduu biyya keessaa Misoomni Koriidarii Magaalaa Shaggar akka dura jedhameen hojitti hin galle – jiraattota Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) –Hojiin misooma Koriidarii Magaalaa Shaggar baatii sadi dura eegalame saffisa jedhameen hojitti hin galle jechuun jiraattonni magaalichaa komatan.…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaan har’a waaree boodaa eegalee taphatama Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har’a waaree boodaa eegalee taphatamuun morkiin kilabootaa gidduutti taasifamu hawwiin eegama.…