Lammiileen biyya alaa yeroo viizaa isaanii dabarsan kumni 36 adabaman
Finfinnee, Onkoloolessa 13, 2018 (FMC)- Lammiileen biyya alaa yeroo viisaa isaaniif kenname dabarsan kumni 36 ol adabamuun seera qabeessaa ta’aniiru jedhe Tajaajilli Immigireeshiniifi…