Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti hiriirri ummataa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Dec 18, 2024 0 Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Magaalaa Dasee fi Kombolchaatti hiriirri tarkaanfii olaantummaan seeraa fudhatamaa jiru cimee akka itti fufu gaafatu…
Ispoortii Viiniishiyas Juuniyer taphataa filatamaa bara kanaa FIFA ta’e Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Taphataan Sarara fuulduraa Kilaba Kubbaa Miilaa Riyaal Maadiriid Viiniishiyas Juuniyer taphataa filatamaa bara 2024 FIFA ta’uun filatame. Leenjisaan Riyaal…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Daangaa Somaaleetti argamu qophaa’ummaa amansiisaarratti argama jedhame Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Naannawaa Daangaa Somaaleetti argamu qophaa’ummaa amansiisaarratti akka argamu ibsame. Hoggantoonni Gamtaa Raayyaa naannawichatti…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa moggaasa “Air Congo” jedhuun hundeeffame hojii eegale Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Mootummaa Rippaabilikii Diimookiraatawaa Koongoo waliin ta’uun, moggasa “Air Congo” jedhuun daandii qilleensaa hundeesse…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti Humnoonni hidhatanii socho’an 154 waamicha nageenyaa simatan Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa Aanaa Kalaalaatti Humnoonni hidhatanii socho’an 154 waamicha nageenyaa mootummaan taasise simataniiru. Humnoonni…
Biiznasii Agarsiisnii fi baazaariin daldalaa Qillee baname Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Agarsiisanii fi baazaariin daldalaa Qillee 2017 Finfinneetti baname. Agarsiisa fi baazaaricha kan banana Ministirri Ministeera daldalaa fi walitti…
Oduu biyya keessaa Buna Dhandhama addaan leellifamu Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Dureeyyiin biyya keessaa fi alaa Naannoo Oromiyaa Godina Gujii Aanaa Qarcaatti haala qophii fi misooma buna dhandhama addaa qabu daawwatameera. Obbo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Taanzaaniyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Taanzaaniyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan. Waliigaltichi marii waloo Komishinii Ministirootaa…
Ispoortii Mudiriik yeroof dorgommiiwwan Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa irraa dhorkame Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Lammii Yukireen taphataan sarara qarqaraa Kilaba Cheelsii Miikaayeloo Mudiriik yeroof dorgommiiwwan Kubbaa Miilaa Idil Addunyaarraa ugguramuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Loltoota Itiyoophiyaa nagaa kabachiisuuf bobba’aniif meedaaliyaan kabajaa kenname Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Somaaliyaatti Loltoota Itiyoophiyaa Ergama Ce’umsa Nagaa Kabachiisuu Gamtaa Afrikaa bobba’aniif meedaaliyaan kabajaa kenname. Loltoota kanneeniif…