Dorgommii roobootiksii idil-addunyaan jilli garee Itiyoophiyaa damee filannoo uummataan injifate
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Dorgommii Shaampiyoonaa roobootiksii fi hubannoo namtolchee idil-addunyaan jilli garee Itiyoophiyaa damee badhaasa filannoo uummataan 1ffaa bahuun…