Ispoortii Maanchiister Siitii 3 – 1n Boornimaawuuz Sifen Megersa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) - Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz injifachuun sadarkaa isaa gara…
Oduu biyya keessaa Rakkoo mana jireenyaa barsiisotaa furuuf hojjetamaa jira jedhame Yonatan Birhanu May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) - Godina Wallagga Bahaatti rakkoo mana jireenyaa barsiisotaa furuuf hojjetamaa akka jiru waajjirri Barnootaa Godinichaa ibse. Ittigaafatamaan…
Idil Addunyaa Gamtaan Awurooppaa qoqqoobbii diinagdee Sooriyaarra kaa’ee ture kaasuuf waliigale Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) - Pireezidaantiin duraanii Sooriyaa Bashir Al Alaasaad aangorraa ka'uu hordofee Gamtaan Awurooppaa qoqqoobbii diinagdee Sooriyaarra kaa'ee ture kaasuuf…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa walitti fufiinsaan hojiirra oolchuun fakkeenya taateetti… Yonatan Birhanu May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa utuu walirraa hinkutin hojiirra oolchuun fakkeenya ta’uu ishee Yuuniivarsiitii Finfinneetti Tumsaan Pirofeeseraa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin waljijjiirraa muuxannoo sirna nyaataa cimsu gaggeeffame – Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Yaa’ii Biraazil-Afrikaa cinaatti waltajjii waljijjiirraa muuxannoo sirna nyaataa cimsu gaggeessuu Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan…
Oduu biyya keessaa Warshaaleen simmintoo haaraan hojiitti galuun damee ijaarsaaf haala mijataa uumeera-Pireezidaanti… Ayana Dheressa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Warshaaleen simmintoo haaraan gara hojiitti galuun damee ijaarsaaf haala mijataa uumuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Maaddii Guutuu oomishtummaa Dammaa dabaluurratti gumaacha olaanaa taasisaa jira jedhame Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaatti sagantaaleen oomishtummaa guddisuun wabii nyaataa mirkaneessan bal’inaan hojiirra oolaa jiraachuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xirunaan Yaa’ii Biraaziil – Afrikaarratti hirmaachaa jiru Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Ministira Muummee Itti Aanaa FDRI Tamasgeen Xirunaan durfamu Yaa’ii Biraaziil – Afrikaa 2ffaarratti hirmaachaa jira. Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti barattoonni onlaayiniin qoraman wiirtuulee garaagaraatti shaakalaa jiru Yonatan Birhanu May 20, 2025 0 Finfinnee , Caamsaa 12, 2017 (FMC)_ Naannoo Oromiyaatti bara kana barattoonni qormaata biyyaalessaa Kutaa12ffaa onlaayiniin qoraman wiirtuulee garaagaraatti akkaataa itti fayyadama…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yaa’ii “ID4 Africa 2025” qopheessuu isheetti ni boonti- WMM Ayana Dheressa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan yaa’ii “ID4 Africa 2025” qopheessuu isheetti kan boontu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee ibse. Guyyaa har’aa bakka Ministirri Muummee…