Idil Addunyaa Gameessi Siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaan boqote Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Ministirri Muummee duraanii fi gameessi Siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaan addunyaan kanarraa du’aan boqote. Dhibee onnee isa muudateen Hinditti…
Biiznasii Oromiyaatti hanga kurmaana 1ffaatti biqilaan bunaa biiliyoonni 2.4 dhaabbate Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana hanga kurmaana 1ffaatti biqilaan bunaa biiliyoonni 2.4 dhaabbateera. Hanga kurmaan 1ffaatti Biqiltuu bunaa biiliyoona…
Teeknooloojii Oomishaalee teknooloojii diroonii oomishuu cimsee kan itti fufe Indaastirii Eronootiksii… Yonatan Birhanu Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018(FMC) - Indaastiriin Eronootiksii Iskaaywiin oomishaalee teknooloojii diroonii tajaajiloota adda addaaf oolan oomishuu cimsee itti fufa jedhan Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 simatan Yonatan Birhanu Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018(FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 haaraa muudamanii masaraa biyyaalessaatti simatan. Pirezidaanti…
Oduu biyya keessaa Ministirri Maallaqaa Ahimad Shidee Daayreekteera Fandii Kuweet waliin mari’atan Yonatan Birhanu Oct 14, 2025 0 Finfinnee,Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Ministirri Maallaqaa Ahimad Shidee yaa’ii Dhaabbata Maallaqaa Idil Addunyaa cinatti Daayreektera eeggataa Fandii Kuweet Waaliid Al Bahaar waliin…
Biiznasii Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa gaggeesse ifoome Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoome. Baankoonni 31 caalbaasicharratti hirmaataniiru. Haaluma…
Ispoortii Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu ni… Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Addunyaan Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu xiyyeeffannoo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannichaa Doqdoqqeewwan kuma 6 fi 800 caasaalee gandaaf dabarse Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Doqdoqqeewwan kuma 6 fi 800 caasaalee gandaaf dabarseera. Mootummaan naannoo Oromiyaa uummatni tajaajila si'ataa…
Oduu biyya keessaa Afrikaatti leenjii ogummaa hammataa fi qulqulluu ta’e babal’isuun xiyyeeffannoo barbaada –… Yonatan Birhanu Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) - Afrikaatti leenjii ogummaa hammataa fi qulqulluu ta’e babal’isuuf xiyyeeffannoon hojjechuu barbaachisa jedhan Dura Taa’aan Komiishinii Gamtaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Saandookaan Dabbabaan Komishinara Komishinii Anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaa ta’uun muudaman Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Saandookaan Dabbabaa Komishinara Komishinii Anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaa akka ta'an muudaniiru.…