Idil Addunyaa Yaa’iin magaalota Afrikaa Keeniyaatti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Yaa’iin magaalota Afrikaa Keeniyaa magaalaa Kiisuumootti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Yaa’ichi rakkoolee sababa jijjiirama qilleensaan magaalota…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaantii Gaambeellaa obbo Umood Ujuluun durfamu naannichatti indaastiriiwwan oomishaa… Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Gaambeellaa obbo Umood Ujuluun durfamu naannichatti sosochii hojii indaastiriiwwan oomishaa daawwachuu ibsame. Sosochii…
Oduu biyya keessaa Bosonni Maajaang UNISCO irratti galmaa’ee ture barbadaa’aa jiraachuun dhaga’ame Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Bosonni Maajaang UNISCO irratti galmaa’ee ture barbadaa’aa jiraachuun dhaga’ameera. Naannoo Gambeellaa godina saba Majaangii keessattii kan argamu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi buufata konkolaataa Magaalaa Amboo Maallaqa dhidhimse Obse Wakgari May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Ijaarsi buufata konkolaataa Magaalaa Amboo Maallaqa dhidhimse. Ijaarsi Buufataa Konkolataa Amboo irra deebi'ee akka hojjetamuuf kallattiin ka'amee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Faransaay gidduutti waliigalteen deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.02 mallatteeffame Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi mootummaa Faransaay gidduutti waliigalteen deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.02 mallatteeffamuu ibsameera. Waliigaltichi proojektiiwwan…
Oduu biyya keessaa Reeffi obbo Sintaayyoo Tolaa Giddugala Aadaa Oromoo irraa gara mana jireenyaa isaanii magaalaa… Obse Wakgari May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Reeffi Hayyuu qorataa Seenaa fi Aadaa Oromoo obbo Sintaayyoo Tolaa magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromoo irraa gara mana jireenyaa isaanii magaalaa…
Biiznasii Baatiwwan kurnan darbanitti damee gogaa fi bu’aawwan gogaarraa galiin doolaarri miiliyoona 33.14… Obse Wakgari May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Baatiwwan kurnan darbanitti damee gogaa fi bu’aawwan gogaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoona 33.14 argamuu ibsameera. Daayreektarri…
Oduu biyya keessaa Nageenya cimsuu fi gochawwan seeraan alaa irratti qabsaa’uuf kan hojjetan ta’uu jaarsoliin biyyaa… Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – mootummaa cinaa dhaabbachuun nageenya cimsuu fi gochawwan seeraan alaa irratti qabsaa’uuf kan hojjetan ta’uu jaarsoliin biyyaa naannoo Somaalee ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Warra Iluutti ijaarsa Giddugala Qorannoo Qonnaa Birrii miiliyoona 500 ijaaramuuf dhagaan… Obse Wakgari May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Inistityuutiin Qorannoo Qonna Ityoophiyaa naannoo Amaaraa magaalaa Warra Iluutti giddugala qorannoo qonnaa marsaa 23ffaa Birrii miiliyoona 500 ijaaruuf…
Oduu biyya keessaa Ajajni giddugalaa haleellaa birmadummaa Ityoophiyaarratti aggaamamuuf deebii laachuuf qophii ta’uu… Obse Wakgari May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Ajajni giddugalaa haleellaa birmadummaa Ityoophiyaarratti aggaamamuuf deebii laachuuf qophii ta’uu ibseera. Ajajichi haleella birmadummaa…