Waajabila Faanaa Godina Shawaa Kaabaatti haadhi tokko daa’imman 4 ofkalte Ayana Dheressa Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa aanaa Wacaalee hospitaala Muka Xurriitti haadhi tokko daa’imman 4 ofkalte. Daa’imman ciniinsuun dhalatan keessaa 3 dhiira yoo…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiiraa daandirraa Magaalaa Adaamaatti geggeeffame Ayana Dheressa Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Sagantaan Afxiiraa daandirraa Magaalaa Adaamaatti geggeeffameera. Sagantichi bakka Kaantibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee fi Abbootiin…
Oduu biyya keessaa Ityoo-Telekoom keesummoota waamicha “Iid hanga Iid” fudhachuun gara biyyaa dhufaniif tajaajila… Ayana Dheressa Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Ityoo-Telekoom keesummoota waamicha “Iid hanga Iid” fudhachuun gara biyyaa dhufaniif tajaajila moobayiliirraa % 70 hir’isuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Godinichatti sassaabbii oomisha qamadii jallisii taasifameen lafa heektaara kuma 53rraa kuntaalli… Ayana Dheressa Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) –Godina Shawaa Bahaa aanaalee 10 keessatti sassaabbii oomisha qamadii jallisii taasifameen lafa heektaara kuma 53rraa kuntaalli miiliyoonni 2 ol argamuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Harariitti haleellaa boombii hoteela tokkorratti raawwateen shakkamtoonni to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Harariitti haleellaa boombii hoteela tokkorratti raawwateen shakkamtoonni to’atamuu Komishiniin Poolisii naannoo Hararii beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartilee Siyaasaa adeemsa marii biyyoolessaarratti mari’ataa jiru Obse Wakgari Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Paartilee Siyaasaa garaagaraa hoggansummaa Komishinii Marii Biyyoolessaa fi adeemsa isaarratti hoggantoota olaanoo Komishinarootaa fi Mana…
Idil Addunyaa Mootummaan Ityoophiyaa du’aan boqochuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Maaliin gaddi guddaan itti… Ayana Dheressa Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa du’aan addunyaa kanarraa boqochuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Maalii Chaarlas Piitar Moosaan gaddi guddaan itti dhaga’amuu ibseera.…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaatti hojiin ijaarsa Baayoo Gaazii xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhame Obse Wakgari Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti hojiin ijaarsa Baayoo Gaazii xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhameera. Waajjirri Bishaanii fi Inarjii godinicha hojiilee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan dhiibbaa diinagdee ce’uu kan dandeesse galmootaa misoomaa waaraa ta’e hordofuuni-… Ayana Dheressa Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dhiibbaa diinagdee ce’uu kan dandeesse galmootaa misoomaa hirmaachisaa fi waaraa ta’e hordofuun ta’uu Ministirri Minsteera Fayyaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Fitsum Asaffaan jila dhaabbata Tumsa Idil Addunyaa Jaappaan waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 26, 2022 0 Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan jila dhaabbata Tumsa Idil Addunyaa Jaappaan waliin mari’ataniiru. Dooktar Fitsum jila…