Ispoortii Pirimeerliigii Ingilaand torbee 34ffaa dubbii jabaaf eegamu Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Taphni pirimeerliigii Ingilaand torbee 34ffaan kilaboota gurguddoo Addunyaa kubbaa miilaan daran eegaman Arseenaalii fi Maanchistar Yuunaayitidiin…
Oduu biyya keessaa Hedduun biyya isaanii tajaajiluu fi Ityoophiyaa guddatte dhugoomsuuf jecha aarsaa kaffalaniiru-MM… Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hedduun biyya isaanii tajaajiluu fi Ityoophiyaa guddatte dhugoomsuuf jecha aarsaa kaffalaniiru jedhan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawaay Kiibaakiin boqochuun gadda itti… Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawaay Kiibaakiin addunyaa kanarraa du’aan boqochuusaaniin gadda itti dhagaa’ame ibseera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggootaa fi dubartoota 456’f sheediiwwan 91… Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggootaa fi dubartoota 456 ta’aaniif carraa hojii uumuuf kan oolu…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Alshabaab 34 magaalaa Finfinnee fi iddoowwan garaagaraatti haleellaa raawwachuuf… Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyoolessaa miseensota Alshabaab 34 magaalaa Finfinnee fi iddoowwan garaagaraatti haleellaa raawwachuuf qophiirra turan…
Oduu biyya keessaa Uummanni walgargaarsa seenaa keessatti gabbifate fayyadamee waan qabu waliif qooduu qaba- Preezdaant… Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan erga Baga ayyaana Faasikaatiin isin gahee dabarsaniiru. Guutuun Ergichaa akka armaan gadiitti…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Madfiin yeroo 9 ni dhukaafama Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun har’a galgalaa sa’aatii 9tti Madfiin yeroo 9 akka dhukaafamu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksiseera. Madfichi…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon biyyoo Yuuriyaan Meetriik Tooniin kumni 50 buufata Jibuutii gahee geejjibsiifamu eegale Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Xaa’oon biyyoo Yuuriyaan Meetriik Tooniin kumni 50 buufata Jibuutii gahee geejjibsiifamu eegaleera. Hanga ammaattis akaakuun xaa’oo biyyoo NPSB fi NPS…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 75 olitti tilmaamaman to’annaa jala oolan Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Torbee darbe Meeshaaleen Kontirobaandii galii fi baasiin Birrii miiliyoona 75.5tti tilmaamaman to’annaa jala ooluu Komishiniin Gumurukaa Beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad bulchiinsa saba Waaghimraatti bakka buutoota hawaasaa waliin mari’ataa jiru Obse Wakgari Apr 23, 2022 0 Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa bulchiinsa saba Waaghimraatti bakka buutoota hawaasa…