Idil Addunyaa Naamiibiyaan Pireezidaantii dubartii jalqabaa filatte Sifen Megersa Dec 4, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Naamiibiyaan filannoo falmisiisaa ta'e torbee darbe erga gaggeessitee booda Pireezidaantii dubartii jalqabaa filachuu ibsameera. Komishiniin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 19ffaan sadarkaa naannoo Amaaraatti har’a Magaalaa Goondaritti kabajama Sifen Megersa Dec 4, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Guyyaan Sabaaf Sablammootaa Itiyoophiyaa 19ffaan sadarkaa naannoo Amaaraatti har’a Magaalaa Goondaritti kabajama. Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii…
Oduu biyya keessaa Ayyaana sabaaf Sablammoota 19ffaa sababeeffachuun Fiigichi Daandiirra gaggeeffame Tsehay Guluma Dec 4, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC)-Ayyaanaa sabaa fi sablammootaa Ummatoota Itiyoophiyaa 19ffaa sababeeffachuun fiigichi kiloomeetira 5 magaalaa Arbaa Mincitti gaggeeffameera. Figichi Kun…
Oduu biyya keessaa Komishinar Dammallaash Gabremikaa’eel Pireezidaantii Itti Aanaa Yuunivarsiitii Poolisii Ummataa… Debela Tadesse Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)-Komishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Federaalaa Dammalaash Gabremikaa’eel, Pireezidaantii Itti Aanaa Yuunivarsiitii Poolisii Ummataa Chaayinaa Paan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen xalayaa muudama Ambaasaaddarootaa simatan Debela Tadesse Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Xalayaa Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa Itiyoophiyaatti muudamanii simataniiru. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Binnaalfi Andu’aalam fi Obbo Mahaammad Idiriis walharkaa fuudhiinsa hojii taasisan Debela Tadesse Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Ambaasaaddar Binnaalfi Andu’aalam fi Ministira Nageenyaa ta’uun kan muudaman Obbo Mahaammad Idiriis walharkaa fuudhiinsa hojii taasisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Seeftineetii misoomawaan wabii nyaataa mirkaneessuuf gumaachaa jira jedhame Debela Tadesse Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Sagantaan Seeftineetii misoomawaa baadiyyaa wabii nyaataa lammiilee mirkaneessuuf tattaaffii taasifamuuf gumaacha taasisaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee taasifame hordofee miseensonni WBO galaa jiraachuun himame Debela Tadesse Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)-Waamicha Uummataa fi waliigaltee mootummaa fi WBO gidduutti mallatteeffame hordofee miseensonni WBO bosona turan nagaan galaa jiraachuun ibsame. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee taasifame hordofee miseensonni WBO galaa jiraachuun himame Tsehay Guluma Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)-Waamicha Uummataa fi waliigaltee mootummaa fi WBO gidduutti mallatteeffame hordofee miseensonni WBO bosona turan nagaan galaa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Seeftineetii misoomawaan wabii nyaataa mirkaneessuuf gumaachaa jira jedhame Tsehay Guluma Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Sagantaan Seeftineetii misoomawaa baadiyyaa wabii nyaataa lammiilee mirkaneessuuf tattaaffii taasifamuuf gumaacha taasisaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa…