Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Siwiidiin waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 16, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Siwiidiin Maariyaa Maalmar Isteenargaard waliin mari’ataniiru.…