Fayyaa Waa’ee dhibee Daranyoo Sombaa:- Sifen Megersa Jan 3, 2026 0 Dhukkubni daranyoo sombaa dhukkuba daddarbaa baakteeriyaan dhufuudha. Dhibeen kun irra caalaa sombaa namaa miidha. Mallattoolee dhibichaa :- ✓ Qufaa torban lamaa ol namarra ture…
Teeknooloojii Lakkooftuuwwan ismaartii kuma 500 ol mamlilootaaf dhaabamuuf – Tajaajilicha Yonatan Birhanu Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa bara baajetaa kanatti lakkooftuuwwan ismaartii kaffaltii duraa kuma 500 ol maamilootaaf galchuuf karoorfadhee…
Teeknooloojii Tajaajilli galmee kontiraata daldala alaafi eeyyama alergii onlaayinii qofaan Kennamuu eegale Yonatan Birhanu Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) - kenniinsi tajaajila galmee kontiraata daldala alaa fi eeyyama alergii guutummaatti onlaayiniin kennamuu eegale jedhan Ministirri Daldalaa fi Walitti…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan eeyyama malee hojii baankii hojjechuun biyyattii Doolaara miiliyoona 41 ol dhabsiise… Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Shakkamaa dhuunfaan eeyyama Baankii Biyyaalessaan ala hojii baankii hojjechuun Itiyoophiyaa Doolaara miiliyoona 41 ol dhabsiise himatameera. Himatamaan…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa daa’imman 177’f wiilcharii deeggare Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee daa’imman miidhaan qaamaa olaanaan mudateef wiilcharii 177 deeggarsaan kenneera. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Nageenya daandii fooyyessuuf kutannoon ni hojjetama- Aadde Caaltuu Saanii Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Mootummaan nageenya daandii fooyyessuun sadarkaa biyyaalessaatti suphaa daandii si’ataa mirkaneessuuf kutannoon hojjechaa jira jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti Daandiiwwan Kiiloometirri kuma 8 ol Suphaman – BDLO Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) - Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa bara kana Daandiiwwan maddoota baajataa garaagaraa kiilomeetira kuma14 fi 500 ol suphuuf karoorfameera jedhe.…
Oduu biyya keessaa Mirga daa’immanii fi dargaggoota shamarranii eeguun dhaloota ga’oomeen egeree cimaa ijaaruuf… Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Mirga daa’immanii fi dargaggoota shamarranii eeguun dhaloota ga’oomeen egeree cimaa ijaaruuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa.…
Teeknooloojii Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n haala hojii ittisa yakkaa gara boqonnaa teeknooloojii olaanaatti… Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n haala hojii ittisa yakkaa gara boqonnaa teeknooloojii olaanaatti ceesisuu danda’uun hojiirra oola jedhan Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad:- Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Yaadni humna jijjiiramaati, hayyoonni ammoo bakka buutoota jijjiiramaati, jijjiiramni hayyoonni hawaasa keessatti uuman biyya gara Badhaadhinaatti ceesisa. Kanaaf hayyoonni yaada kabajuu…