Ispoortii Bunni Sidaamaa Buna Itiyoophiyaa injifate Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Tapha Piriimar Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan Bunni Sidaamaa Buna Itiyoophiyaa goolii 1 fi 0 injifate. Tapha sa’aatii 9:00 irratti istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Dirree Dhawaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun… Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dhawaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun maaddii qoodeera. Kantiibaan magaalichaa obbo Kadir…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Kaafamtoota misoomaa Kaazaanchiis, Galaan Guuraa jiran waliin Ayyaana dabarsan Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaafamtoota misoomaa Kaazaanchiis, Galaan Guuraa jiran waliin Ayyaana Sooma Hiikaa dabarsaniiru. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu sababeeffachuun maaddii qoode Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla12, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Boolee aanaa 4 Giddugala…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee yeroo walgargaaruun cehaa misooma waaraaf hojjechuun badhaadhina Itiyoophiyaa… Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla12, 2017 (FMC) – Rakkoolee yeroo walgargaaruun cehaa misooma waaraaf hojjechuun badhaadhina Itiyoophiyaa ni mirkaneessina jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni garaagaraa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga… Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Embaasiiwwaniifi Ambaasaaddaroonni Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaaf ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon namoota harka qalleeyyiif maaddii qoodan Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii…
Ispoortii Piriimar Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Tapaha Piriimar Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu. Waaree booda sa’aatii 10:00 irratti istaadiyeemii Kiraavaankooteej…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen namoota harka qalleeyyii sooma hiiksisan Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla 12, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii soomaafi sagadaan dabarsan sooma…
Oduu biyya keessaa Ayyaana yaadannoo du’aa ka’uuf dhiyeessiin humnaa gahaan akka jiraatu qophiin taasifamuu… Sifen Megersa Apr 19, 2025 0 Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Ayyaana yaadannoo du’aa ka'uuf hanqinni dhiyeessii humnaa akka hin mudanne qophii gahaan taasifamuu Qajeelchi Oppireeshinii Siistama Giriidii Humna…