Fayyaa Waliingahiinsa talaallii saffisiisuuf … Ayana Dheressa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Waliingahiinsa tajaajila talaallii saffisiisuuf hundi gaheesaa bahachuu qaba jedhe Ministeerri Fayyaa. Ministeerichatti Hogganaan Deeskii Tajaajila…
Ispoortii Waancaa Afrikaan har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu Tsehay Guluma Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti taphatamaa jiruun har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu. Galgala sa’aatii 1:00 jalqabee Afrikaan Kibbaa…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota tajaajila hundagaleessa hawaasaaf kennan Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota hawaasa naannawa Marii Looqeef tajaajila hundagaleessa…
Biiznasii Fedhiin gabaan Chaayinaa buna Itiyoophiyaaf qabu guddachaa dhufeera – Abbaa Taayitichaa Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Chaayinaa Magaalaa Juujootti sagantaan 'Buna Itiyoophiyaa dhandhamaa' jedhu gaggeeffameera. Fedhiin gabaan Chaayinaa buna Itiyoophiyaaf qabu guddachaa…
Oduu biyya keessaa Kabajni ayyaana waggaa qullubbii Gabre’eelii milkiin xumurame – Poolisii Federaalaa Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Kabajni ayyaana waggaa qullubbii Gabre'eelii milkiin xumurame jedhe Poolisii Federaalaa. Hordoftoota amantaa Ortodoksii waloomaan waggaatti yeroo lama kan…
Ispoortii Moozaambiik galchii 3 fi 2’n Gaaboon injifatte Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaa marsaa 2ffaa har'a taphatameen Moozaambiik Gaaboon injifatteerti. Moozaambiik galchii 3 fi 2'n Gaaboon injifatteerti.…
Oduu biyya keessaa Sassaabbiin oomishaa Godina Baalee Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Qonnaan bultoonni Godina Baalee qisaasama oomishaa mudatu xiqqeessuuf teeknooloojitti fayyadamuun oomisha isaanii sassaabaa jiru. Godinichatti yeroo waqtii…
Ispoortii Dorgommii madaallii ga’umsaa biskileettii gaggeeffamaa tureen Shaggar Koorniyaa lamaaninuu… Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Dorgommiin Madaallii Ga'umsaa kilaaboota biskileettii Magaalaa Finfinneetti baatii tokkoof gaggeeffamaa ture olaantummaa magaalaa Shaggariin xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Seeraa mallattoo tokkummaa fi cimina ummata Halaabaa… Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Ayyaanni bara haaraa ummata Halaabaa seeraan mata duree 'ayyaanni seeraa agarsiiftuu sabdaneessaa fi waldanda'uuti' jedhuun Magaalaa Finfinneetti…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa raabsa talaallii Dirooniin deeggarame ifatti eegale Tsehay Guluma Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC)- Naannawaa sodaan Vaayirasii Maarbargi jirutti hojiin lubbuu baraaruufi talaaliiwwan dirooniin qaqqabsisuu guyyaa har’a ifatti eegaleera. Ministeerri…