Obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii naannoo Somaalee ta’uun filtaman
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii naannichaa taasiisuun…