Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Oordiin Badiriin durfamu Samaraa gale Sifen Megersa Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin durfamu lammiilee sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin miidhaman daawwachuu fi deeggaruuf…
Oduu biyya keessaa Magaaloonni Samaaraa, Loogiyaa, Dubtii, Asaayiittaa, Miillee, Dichoo, Alidaarii fi Gaalaafiin… Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Magaaloonni Samaaraa, Loogiyaa, Dubtii, Asaayiittaa, Miillee, Dichoo, Alidaarii fi Gaalaafiin tajaajila humna elektirikaa irra deebiin argachuu isaanii…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Najjootti tarkaanfii Shaneerratti fudhatameen loon ummataa hataman… Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)-Godina Wallagga Lixaa Aanaa Najjootti Oppireeshinii gaggeeffameen hmna badii Shanee naannicha socho'u irratti tarkaanfii fudhatameen loon uummataa…
Biiznasii Baankichi bara kana liqaa Birrii biiliyoona 19 dhiheessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise Sifen Megersa Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa bara kana liqaa Birrii biiliyoona 19 dhiheessuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera. Baankichi Kalaqaawwaan…
Oduu biyya keessaa Labsii hundeeffama Komishinii marii biyyaaleessaaf galtee walitti qabuun eegalame Sifen Megersa Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) - Koreen Dhaabbii dhimmoota Seeraa, Haqaa fiLabsii hundeeffama Komishinii marii biyyaaleessaaf galtee walitti qabuun eegalame Finfinnee, Muddee 12, 2014…
Oduu biyya keessaa Sirna itti gaafatamummaa diriirsuuf ga’umsa raawwii karooraa guddisuun murteessadha –… Sifen Megersa Dec 20, 2021 0 Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Sirna itti gaafatamummaa diriirsuuf ga'umsa raawwii karooraa haala itti fufiinsa qabuun guddisuun murteessaa ta'uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Abarraa Warquun durfamu Aanaa Bookee fi Daaroo Labuutti qamadii jallisiin misoomaa jiru… Sifen Megersa Dec 20, 2021 0 Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa obbo Abarraa Warquun durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Bookee fi Daaroo Labuutti lafa hektaara kuma1 olirratti…
Oduu biyya keessaa Yuuniiseef hojiilee damee dubartootaa, daa’immanii fi hawaasummaan hojjetu cimsee itti fufuuf… Sifen Megersa Dec 20, 2021 0 Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbanni gargaarsa daa’immanii Yuuniiseef hojiilee damee dubartootaa, daa’immanii fi hawaasummaan hojjetu cimsuuf…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen garaagaraa lammiilee naannoo Afaar miidhamaniif deeggarsa taasisan Ayana Dheressa Dec 20, 2021 0 Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa lammiilee naannoo Afaar gocha garee shororkeessaa ABUTiin miidhamanii fi qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Kolleejjii Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Qonnaa Aardaayittaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa… Ayana Dheressa Dec 20, 2021 0 Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Hawaasni Kolleejjii Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Qonnaa Aardaayittaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa qopheessaniiru. Hawaasni kolleejjichaa galaa…