Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 35 Beeruutii gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Beeruut keessa jiraachaa turan 35 gara biyyaa deebi’aniiru. Waajjirri Qoonsilaa Jeneraalaa FDRI mana hojii Immigireeshinii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan mallattoo Bilisummaa Afrikaati- Ministeera Alaa Ugaandaa Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Alamtsahaay Masarat Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ugaandaa Jeejee Odoongoo waliin dhimmoota waloo fi naannawwaarratti mari’ataniiru.…
Waajabila Faanaa Namichi Dhoqqee damma fakkeessun gurgurate hidhaan adabame Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Noonnoo Beenjaa magaalaa Algaatti namichi dhoqqee damma fakkeessun gurgurate hidhaan adabameera. Yakkamaan kun gaafa…
Oduu biyya keessaa Yeroon Afrikaa ammaa, waloon ta’uun saffisaan sarara hiyyuummaa keessaa ba’uu ni dandeenya – Dooktar… Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Yeroon Afrikaa ammaa, waloon ta’uun saffisaan sarara hiyyuummaa keessaa ba’uu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Yaaliin karaa Barhaaleen daandii Aspaaltii Moortaariin muruuf taasiifame gootoota Afaariin… Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Yaaliin gareen shororkeessaa ABUT karaa Barhaaleen daandii Aspaaltii Moortaariin muruuf taasiise gootoota Afaariin fashalaa’uu ibsameera. …
Oduu biyya keessaa Lammiileen 414 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Sep 1, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 414 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi'aniiru. Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Lootee seentoonni garee shororkeessaa ABUT Warra Baabboo galanii turan barbadaa’aa jiru jedhame Sifen Megersa Sep 1, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Humni Lootee seentootaa garee shororkeessaa ABUT Aanaa Warra Baabboo seenee tura barbadaa’aa jiraachuu Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa aanichaa…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen tajaajila osoo hin qabaatiin nagahee qofa gurguruun mootummaarra miidhaa olaanaa… Sifen Megersa Sep 1, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Qaamoleen tajaajila osoo hin qabaatiin nagahee qofa gurguruun mootummaarra miidhaa olaanaa qaqqabsiisan to’atamuu Biiroon Abbaa Taayitaa Galiiwwanii…
Oduu biyya keessaa Qorannoowwan qulqullina qabanii fi rakkoo hawaasaa furuu danda’an hojjatamuu akka qaban ibsame Sifen Megersa Sep 1, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Qorannoowwan qulqullina qabanii fi rakkoo hawaasaa furuu danda'an hojjatamuu akka qaban ibsameera. Yuunvarsiitiin Arsii walga’ii guyyaa…
Biiznasii Magaalaa Hawaasatti galiin Birriin biiliyoonni 1.7 walitti qabame Sifen Megersa Sep 1, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Magaalaa Hawaasatti bara baajataa xumurametti galiin Birrii biiliyoona 2 walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoonni 1.7 walitti qabamuu ibsameera.…